Sagantaan cufiinsa tapha Goobee fi Shinooyyee sadarkaa magaalaa Shaggaritti gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Sagantaan cufinsa tapha Goobeefi Shinooyyee sadarkaa Magaalaa Shaggaritti agarsiisa feestivaalaan raawwatameera.
Sagantichi qeerroowwaniifi qarreewwan…