Filannoo nagaa fi haqa qabeessa geggeessuun adeemsa Diimokiraasii cimsuu keessatti ga’ee olaanaa qaba jedhame Read more
Yakkaa fi rakkoo nageenyaa ga’uu danda’u ittisuuf dhaabbilee fi qaamoleen dhuunfaa eenyummaa kireeffataa qulqulleeffachuu akka qaban himame Read more
Ogeeyyii yaalaa fayyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dirqama isaanii ba’anii fi hojjettoota kunuunsa fayyaaf beekkamtiin laatame Read more
Humna addaa naannoo Somaalee waamicha biyyaaf deebii laachuuf socho’uuf gaggeessan taasiifame Read more