Shawaa Kaabaatti harka qalleeyyii kuma 10 fi 600 oliif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaalee fi magaalota godinichaa keessatti Ayyaana bara haaraa sabaabeefachuun harka qaleeyyii kuma 10 fi 617f deeggarsi miidhaan…