Jilli Itti Aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa aaddee Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Duukam daawwachaa jira Read more
Humni hidhate gareen Juuntaa ABUT ajjeechaa jumlaa Maaykaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebbiin raawwachuuf qophii taasisaa jira – Meejar Jenaraala Mahaammad Tasammaa Read more
Ergamtoonni garee ABUT irra odeeffannoo burjaja’aa tamsaasuuf ergama fudhachuun lammiilee gara Sudaanitti baqatanitti makamaniiru Read more
Maayikaadiraatti lubbuu lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatame aangoorraa kan turan bulchaa naannichaa, caasaalee nageenyaa fi dargaggoota ‘Saamrii’ jedhamaniin raawwatamu ibsame Read more