Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Obbo Muhaammad Utee jedhama jiraataa aanaa Shabee Somboo magaala Shabee yoo ta’uu Qaama borii koo tolchuu danda’u filadheera jedhan.
Obbo Muhaammad Uteen qaama miidhamaa ta’uus har’a bariin ka’ee buufata filannoo dirreettii sagalee isaa kenneera.
Biyyi tokko akka biyyattii ce’uu kan dandeessuu lammiileen sagalee isaanii kennuu yoo danda’aniidha kan jedhu Muhaammad, lammiileen waan tokkoon osoo hindaangeeffamiin sagalee isaanii bahanii kennu qabu jechuun dhaaman.
Amiinaa Abdallah
#Oromia #Ethiopia