Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Lammii Ispeen kan ta’an leenjisaan garee biyyaalessaa Poorchugaal Roobeertoo Maartiineez garicharraa adda bahuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa biyyattii beeksiseera.
Poorchugaal tapha waancaa addunyaa 2026’n tapha mo’atanii darbuun Ispeeniin injifatamuu hordofee leenjisummaa isaaniirraa kaafamaniru.
Poorchugaal tapha waancaa addunyaa bara Kanaan Kolombiyaafi Rippaabilika Dimookiraatawaa Koongoo waliin qixa yoo baatu, Uuzeebekistaan fi Kirooshiyaa injifachuu dandeesseetti.
Roobeertoo Maartiineez Poorchugaal waliin waancaa Liigii
Neeshinii Awurooppaa injifachuun kan yaadatamudha.
#Oromia #Ethiopia