Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n xumuraaf darbe

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n Baayerni Muunik injifachuun xumuraaf darbeera.

Taphni har’a taphatame galchii 1 qixa yoo xumuramu, PSG’n dhaqaa gala galchii 6 fi 5’n Baayerni Muunik injifachuun xumuraaf darbeera.

Taphni xumuraa bara Faranjootaa Caamsaa 30, 2026 Hangaarii Magaalaa Budapeesti Istaadiyeemii Puskaas Areenaatti Arsenaalii fi PSG gidduutti taphatama.

Comments (0)
Add Comment