Siidaan Artiisti Haacaaluu Hundeessaa eebbifame

Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Afrikaa keessatti ijaarame eebbifameera.

Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen eebbifameera.

Sirna eebbicharratti hoggantoonni olaanoo Mootummaa maatii Artiistichaa dabalatee Artiistonni biroon argamaniiru.

Zufaan Kaasaahuuntu gabaase.

Comments (0)
Add Comment