Siidaan Dooktara kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesse eebbifame

Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) – Siidaan yaadannoo Dooktara Kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesee Magaalaa Finfinnee kiiloo 6 (Caffee Araaraatti )eebbifameera.

Siidaa yaadannoo Artiist Xilaahuun Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ifatti eebbisaniiru.

Sirna eebbicharratti hoggantoonni olaanoo Mootummaa fi Artiistonni argamaniiru.

Comments (0)
Add Comment