Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Sirni Awwaalchaa obbo Zagayyee Asfaaw bakka hoggantootni Mootummaa olaanoo, maatiifi dinqisiifattoonni isaanii argamanitti raawwatameera.
Sirni awwaalchaa qabsaa’aa gameessaa fi hayyuu mirga namoomaa, obbo Zagayyee Asfaawu har’a Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatederaalii qulqulluu Sillaaseetti raawwatameera.
Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa obbo Zagayyee Asfaawu dhibee isaan muudateen dhalatanii umrii waggaa 84ffaa isaanitti Caamsaa 3, 2018 addunyaa kanarraa du’aan boqochuun kan yaadatamuu.
Obbo Zagayyeen abbaa ijoollee sadii yoo ta’an, dhala dhala isaanii arguu ragaaleen ni mul’isu.
#Oromia #Ethiopia