Preezdaant Saahilawarq Tajaajilli Gargaarsaa Kaatolikii waggoota darban keessa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiseef galateeffatan Read more
Gareen ABUT xiyyaarri deeggarsa namoomaa imalchiisan buufata xiyyaaraa Maqalee akka hin qubanne dhorkuu mootummaan beeksise Read more
Koreen Hojii Raawwachiiftuu tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee akka itti fufu kallattii ka’e Read more
Preezidaanti Saahilawarq ajjeechaa iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwatame balaaleeffatan Read more
Gootichi raayyaa ittisa biyyaa oopireeshiniin kaleessa gaggeessuu eegaleen hojiilee barsiisoo hojjetaa jira-MM Abiy Ahimad Read more
Ityoophiyaanonni irree tokkoomeen har’arraa eegalanii biqiltuu akka dhaaban MM Abiy Ahimad waamicha dhiyeessan Read more
Daandiin milkaa’iinaa qormaataan kan guutame ta’uu hubachuun gatii fi wareegama barbaachisu hunda kaffaluun nageenya Ityoophiyaa ni mirkaneessina – Preezidaanti Shimallis Abdiisaa Read more
Oromoon daagaa hidhee dhiqama biyyee hambisa, Biqiltuu dhaabee bosona kunuunsa, bishaan cimmisee bona dandamata – Preezdaanti Shimallisa Abdiisaa Read more
Haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatamuu fi humnoota seeraan alaa qabeenya isaanii barbadeessaniif obsa hin qabnu – MM Abiy Ahimad Read more