Oduu biyya keessaa ABUT weerara babal’isuun iyyuu itti fufeera-TKM Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – ABUT weerara isaa babal’isuun iyyuu isaa itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse. Tajaajilichi ibsa baaseen gareen ABUT waamicha nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Oftuulummaan ABUT harka nageenyaaf diriirfame duubatti deebisaa jira – TKM Sifen Megersa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Oftuulummaan ABUT harka nageenyaaf diriirfame duubaatti deebisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad daawwannaa Aljeersi xumuruun gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaa magaalaa Aljeersitti taasiisaa turan xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru. Muummeen…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdal Majid Taabuun waliin mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Masaraa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad golaambaa wareegamtootaa Aljeers daawwatan Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaatti taasisaa jiraniin golaambaa wareegamtootaa magaalaa Aljeersitti argamu daawwatan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa galan Sifen Megersa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii duree Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa magaalaa Aljeersi galaniiru. Jilli Muummee…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii mootummaan federaalaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf fudhatu nan deeggara-MNO Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Tarkaanfii mootummaan federaalaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf fudhatu hundaaf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa ABUT dargaggoota of dura hiriirsiisuun haleellaa raawwachuu yoo hin dhaabne raayyaan ittisaa… Sifen Megersa Aug 27, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – ABUT dargaggoota of dura hiriirsiisuun dambalii humnaan haleellaa raawwachuu yoo hin dhaabne raayyaan ittisaa tarkaanfii fudhachuuf kan dirqamu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa bane daraan Hammeessee itti fufe – TKM Sifen Megersa Aug 27, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT filannoo Nageenyaa hunda cufuun haleellaa waraanaa jalqabe hammeessee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Mootummaan hanga ammaatti…