Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin misoome daawwate Read more
Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu godina Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuutti giddugala leenjii fi Ciisichaa eebbisiise Read more
Dhugaan Ityoophiyaa keessa jiru akka miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko odeessanii miti – Preezdaant Saahilawarq Read more
Manni marichaa wixinee labsii komishinii maree biyyaalessaa hundeessuuf ba’erratti mari’achuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf dabarse Read more
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG’f xalayaa barreesse Read more
Manni Maree mirgoota namoomaa DhMG waltajjii adda waameen murtoowwan darban Ityoophiyaan kan hin fudhannee ta’uu beeksifte Read more
Tokkummaa Sabdaneessaa uumame nageenya waaraa fi ijaarsa biyyaatif itti fayyadamuu qabna-Aadde Adaanach Read more