Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee Angoolaa galan Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee turtii isaanii Kootdivoowar xumuruun Angoolaa galaniiru. Preezdaantiittin turtii isanii Angoolaatin Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin… Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin misoome daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa Akinaawumii Adiisinaa waliin mari’ataniiru. Marii isaaniitin proojektiwwan…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu godina Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuutti giddugala leenjii fi… Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa durfamu godina Shawaa Bahaa magaalaa Baatuutti giddu gala qorannoo qurxummii…
Oduu biyya keessaa Dhugaan Ityoophiyaa keessa jiru akka miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko odeessanii miti –… Sifen Megersa Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC) - Dhugaan Ityoophiyaa keessa jiru akka miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko odeessanii miti jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii komishinii maree biyyaalessaa hundeessuuf ba’erratti… Sifen Megersa Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa wixinee labsii komishinii maree biyyaalessaa hundeessuuf ba'erratti mari'achuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG’f xalayaa barreesse Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa preezdaantii Mana Maree Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Motummoota Gamtoomanii Naazaat Kaan, miseensoota mana…
Oduu biyya keessaa Manni Maree mirgoota namoomaa DhMG waltajjii adda waameen murtoowwan darban Ityoophiyaan kan hin… Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Manni Maree mirgoota namoomaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii waltajjii waameen murtoowwan darban kamiyyuu Ityoophiyaarratti kan hin raawwannee ta'u…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa Sabdaneessaa uumame nageenya waaraa fi ijaarsa biyyaatif itti fayyadamuu qabna-Aadde… Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Weerara garee shororkeessaa ABUT qolachuuf tokkummaa Sabdaneessaa uumame nageenya waaraa fi ijaarsa biyyaatif itti fayyadamuu qabna jechuun kantiibaan…