Hawaasni odeeffannoo miidiyaa hawaasaa gadi lakkifamaan dhugummaa isaa ofeeggannoon adda baafachuu qaba – Paartii Badhaadhinaa Read more
Jooseef Maagfuulii Taanzaaniyaatti Ityoophiyaanoota mana amala sireessaa keessa jiran gadi lakkisuuf murteessan Read more
Mootummaan naannoo Oromiyaa dhaloota boru addunyaa hogganu horachuuf hojjechaa jira – Obbo Shimallis Abdiisaa Read more
“ Mootummaan Ityoophiyaa beela akka meeshaa itti fayyadameera” jechuun gabaasa ‘Za Ikoonoomist’ baase mootummaan cimsee akka balaaleffatu beeksise Read more
Ministirri Dhimma Alaa Ingiliiz Doominiik Raabi deeggarsa namoomaa naannoo Kaaba Ityoophiyaatti dhiyaachaa jiru daawwatan Read more
Ministirri alaa Ingiliiz Doomiiniik Raab biyyi isaanii michummaa Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti kan cimsitu ta’uu ibsan Read more