Oduu biyya keessaa Deeksii haaraan filannoorratti qofa hojjetu hundaa’e Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa rakkoo filannoon walqabatanii ka’an furuuf Deeksii haaraa filannoorratti qofa hojjetu hundeessuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama wareegamaan dhufe tiksuuf uummanni gatii barbaachisaa ta’e kaffaluuf qophii… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jijjiirama wareegamaan dhufe tiksuuf uummanni gatii barbaachisaa ta'e kaffaluuf qophii ta'uu ifatti agarsiiseeraa jedhan Itti Gaafatamaan Waajira…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajii idilee 10ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajii idilee 10ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a galma walga'ii Waajjira Muummee Ministiraatti…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa… Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa shororkeessummaa raawwachuuf socho'aa turan 15 to'annoo jala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Imanu’eel Maakroon waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Faransaay Imanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiy fuula…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boruu walga’ii idileesaa ni gaggeessa Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee waggaa 6ffaa bara hojii 10ffaa boruu ni gaggeessaa. Galmaa walga’ii Waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Hamileen ummataa Paartii Badhaadhinaa fi mootummaaf ergaa guddaa kan dabarsee-Preezdaant Shimalliis Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaan naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan jiraattotaa guutuu Oromiyaatti hiriira deeggarsa bahaan galateeffaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Juuntaan injifannoo duula olaantummaa seeraan dhabe oduun deebisuuf shira meeshaa, soba rasaasa… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) - Juuntaan Injifannoo duula olaantummaa seeraan dhabe oduun deebisuuf shira meeshaa, soba rasaasa taasiisuu itti fufuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Juuntaa qofa osoo hin taane harcaatoota siyaasaa isaa walii barbadeesseera –… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Juuntaa qofa osoo hin taane harcaatuuwwan faddaaltoota siyaasaa isaa walii barbadeessuu Itaamaajooriin waliigalaa Humna…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala waqtaawaa biyyaa fi naannoo dabalatee vaayrasii koroonaarratti Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel…