Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Arsenaal Weest Haam Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0’n injifateera.
Bu’aa kana hordofees qabxii isaa gara 79’tti guddifachuun garaagarummaa qabxii Maanchistar Siitii waliin qabu gara shaniitti bal’ifateera.
#Oromia #Ethiopia