Aanaalee Godina Jimmaatti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamuu eegale

Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti buufataalee filannoo 92n keessatti bu’aan filannoo kan yeroo maxxanfamaa jira.

Haawaasnis bu’aa sagaleesaa ifoome buufataalee filannootti argamuun ilaalaa jira.

Haawaasni aanichaas filannichi karaa nagaafi tasgabbii qabuun xumuramuutti gammanneerra jedha.

Abdurrahmaan Mahammad.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment