Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe

Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.

Tapha sa’aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen sa’aatii idileetti 2fi 2’n qixa ba’uun rukuttaa adda baastuu kennameen 4 fi 3’n injifachuu danda’eera.

Haaluma kanaan Bunni Sidaamaa tapha xumuraatiin Yuuniivarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin kan falmatu ta’a.

#Oromia Itiyoophiyaa

Comments (0)
Add Comment