Daandiin qilleensichaa walitti hidhamiinsa qilleensaa Afrikaa keessatti diriirseen badhaafamaa ta’e

Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa qilleensaa Afrikaa keessatti diriirsee fi tumsa waliin hojjechuun badhaafamaa ta’eera.

Daandiin qilleensichaa sirna badhaasaa Aviiyeeshinii fi Tuurizimiirratti badhaasa ‘Kooneektiviitii Awwaardi’ jedhamu kan bara 2026 argachuu beeksiseera.

Afrikaa keessatti walitti hidhamiinsa qilleensaa fi waloon hojjechuun diriirseef Geejjiba qilleensarraa beekamtii kana argachuu ibsame.

‎ ‎#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment