Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa See’uul, Kooriyaa Kibbaatti

Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC) – Dippiloomaatonni fi hojjettoonni Imbaasii Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaa keessatti argamuu, lammiilee Kooriyaa Kibbaa waliin ta’uun sagantaa dhaabbii biqiltuu gaggeessaniiru.

Sagantaan kun hojii dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa cimsuu fi hariiroo naannawaa eeguu, akkasumas tumsa biyyoota lameenii guddisuu kan kaayyeffatee dha.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment