Finfinnee, Onkololeessa 10, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kabaja guyyaa goototaa Keeniyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad guyyaa yaadannoo maashuujaa kan gootootni bilisummaa, Birmadummaa fi misooma biyyattiif gumaacha olaanaa taasisan itti yaadataman irratti keessummaa kabajaa ta’uun hirmaachuuf Keeniyaa Eeldooreet galaniiru.
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa