Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a Garee Biyyaalessa Giinii waliin taphata
By
Tsehay Guluma
on October 12, 2024
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 3ffaa har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Garee Biyyaalessa Giinii waliin taphata.
Taphni deebii Kibxata dhufu taphatama.
#Oromia
#Ethiopia
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Sheek Kaalid Biin Mahaammad Biin Zaayid Al Naahyaan(phd) waliin mari’atan
Itiyoophiyaan Maaleezhiyaatti Imbaasii ishee akka bantu waamichi dhiyaate
BRIIKS tumsa waloo gara sona walootti, ciminaafi guddina itti fufiinsa qabuutti jijjiiruuf dandeettii fi kutannoo bal’aa qaba – Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Maaleezhiyaa waliin mari’atan
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Iraan waliin mari’atan
Dooktar Abiy Ahimad Naareendiraa Moodii waliin mari’atan
Dooktar Abiy Ahimad Hindi Niiw Deelhii galan
Comments
(0)
Add Comment