Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee (AI) isa jalqabaa Afrikaa, Inishiyeetivii koodaroota miiliyoona 5 fi sagantaa Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 hojii irra oolchuun, mul’ata biyyaalessaa gara fakkeenya gaarii ardii Afrikaatti jijjiiraniiru.
Kunis Gamtaan Afrikaa dorgomaa olaanaa dhimma hubannoo Namtolchee fi Fayyaa Diijitaalaa akka ta’u taasiseera – Waajjira Ministira Muummee
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa