Ispoortii
Walharkaa fuudhiinsi Guca Olompikii 2024 Paariis Maqaleetti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Sagantaan jalqabsiisa walharkaa fuudhiinsa biyyaalessaa Guca Olompikii 2024Paariis Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Saganticharratti Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Komishinara Gargaartuu Atileet Daraartuu Tulluu fi qondaaltonni biroon argamaniiru.
Sagantichis baatii Hagayyaa 2016…
Read More...
Angoolaan Naamiibiyaa injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaan Angoolaan Namiibiyaa injifachuun marsaa itti aanuuf darbuu mirkaneeffatte.
Tapha galgala kana taphatameen Angoolaan galchii 3 fi 0n Namiibiyaa injifachuun tapha…
Piriimaayer Liigii Itiyoophiyaan Dirre Dhawaan Qiddus Giyoorgis injifate
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Dirre Dhawaan Qiddus Giyoorgis injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee taphatameen Dirre Dhawaan Qidduus Giyoorgis…
Atileet Addisuu Nagaash fiigicha Guddicha Wancii Kiiloo Meetira 10 injifate
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Atileet Addisuu Nagaash fiigicha guddicha Wancii Kiiloo Meetira 10 dhiiroota gidduutti dorgomame injifateera.
Atileet Mogos Ni’uumaan 2ffaa fi Atileet Eeliyaas Caanneen 3ffaa ba’uun xumuraniiru.…
Waancaa Afrikaan taphoonni moo’atanii darbuu har’aa eegalee ni taphamu
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa Iyivoorii Koostiitti gaggeeffamaa jiruun taphoonni moo’atanii darbuu har’aa eegalee ni taphamu.
Har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee Angoolaan Naamiibiyaa waliin, sa’aatii…
Fiigichi guddaan Wancii Boru gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigichi guddaan Wancii hunda hirmaachisu boru Wanchiitti ni gaggeeffama.
Fiigichicha gaggeessuuf haaldureewwan garaagaraa hundi xumuramaa jiraachuu hogganaan Biiroo Dargaggoof Ispoortii Oromiyaa Obbo…
Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaa Kilaba Liivar Puulirraa kan gaggeeffaman ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Leenjisaan Kilaba Liivar Puul Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaarraa kan gaggeeffaman ta’uu ibsameera.
Leenjisichi sagantaan taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 hanga…