Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu ni eegama

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaa guyyaa 2ffaan taphni har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu hawwiin eegama. Galgala sa’aatii 1:45 eegalee Atilaantaan – Seeltiik, Birasti -Baayervarkuusan waliin ni taphatu. Halkan sa’aatii 4:00…
Read More...