Ispoortii
Dorgommiiwwan fiigicha Maaraatoonii har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Dorgommiiwwan fiigicha Maaraatoonii garaagaraa guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu milkaa'aniiru jedhame.
Fiigicha Maaraatoonii idil Addunyaa bara 2022 Kooriyaa Deeguutti gaggeeffameen Atleet Shifarraaw Taammiruu moo'ateera.
Fiigicha Maaraatoonii Faransaay Paaris…
Read More...
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan olaantummaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Guyyoota Jahaaf Istaadiyeemii magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan injifannoo waliigalaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan xumurameera.
Baankiin…
Ramaddiin Waancaa addunyaa Kuwaataar ifoome
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha kubbaa miilaa Waancaa addunyaa Kuwaataar bara 2022 ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Kuwaataar, Neezarlaand, Seeneegaalii fi Ikkuwaadoor ramaddii jalqabaa jalatti yoo ramadamaan,…
Kilaarans Seedoorif Waancaa Liigii Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin Finfinnee ni seenu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Taphataan sarara gidduu garee kubbaa miilaa biyyoolessaa Neezarlaand duraanii Kilaarans Seedoorif waancaa Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin boruu Finfinnee ni seenuu jedhameera.
Waancaan Liigii…
Sadarkaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Sadarkaa garee Biyyaalessaa biyyoota addunyaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’eera.
Baatiwwan hedduuf addunyaarraa sadarkaa 1ffaarra…
Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Afrikaa Seeneegaal waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Seeneegaal, Moorokoo, Gaanaa, Kaameeruunii fi Tuuniziyaaan Afrikaarraa Waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffataniiru.
Shaampiyoonaan Afrikaa Seeneegaal rukkuttaa adda bahiinsaan Ijibti…