Ispoortii
Gabre’eel Jeesuus gara Arsenaal imale
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Biraazil Maanchisteer Siitii irraa Paawundii miiliyoona 45n waliigaltee yeroo dheeraan mallatteessise.
Leenjisaan Arsenaal Mika’eel Arteettaan jijjiirraa ganna kana taphataa 4ffaa gara gilabichaatti fidaniiru.
Gabre’eel Jeesuuf jijjiirraa bilisaan gara…
Read More...
Taphni xumuraa Waancaa Afrikaa 2023 dheerachuu kaaf beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Taphni xumuraa Waancaa Afrikaa 2023 Waxabajjii 23, 2023 hanga Adoolessa 23, 2023 Kootdiivaayeeritti gaggeeffamuuf karoorfamee ture dheerachuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa beeksiiseera.…
Qidduus Giyoorgis Shaampiyoonaa Priimayer Liigii Ityoophiyaa bara 2014 ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Qidduus Giyoorgis Shaampiyoonaa Tapha Beetkiingii Priimayer Liigii Ityoophiyaa bara 2014 ta’eera.
Tapha marsaa xumuraa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Qidduus…
Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Beeljiyeemitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Beeljiyeemitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Atileet Madiinaa Iisaa daqiiqaa 15 fi sekondii 14 fi maayikiroo sekondii 01n 1ffaa…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen Faasilii fi Aarbaa…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen magaalaan Faasilii fi Aarbaa Minci morkattoota isaanii injifataniiru.
Tapha har’a waaree booda…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Jimmaa Abbaa Jifaar goolii 2 fi 1n injifateera.
Walaayittaa Diichaan tapha hanga ammaatti…
Jirraan/Qabsiisoon Ispoortii akka dhorkamu hojjetamaa jira – Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Jirraan Ispoortii/ Beetkiingiin akka dhorkamu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiise.
Jirraan Ispoortii namuusaa fi ijaarsa guddattootaa,…