Ispoortii
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) - Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Kubbaa Miilaa magaalaa Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha har'a waaree booda taphatameen Kilabiin Kubbaa Miillaa magaalaa Shaggar galchii 3 fi 1n kilaba Kubbaa Miilaa Dadadabiit injifateera.
Shaashamanneenis galchii 2 fi 1n magaalaa…
Read More...
Tapha CAF’n Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii hedduu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) -Tapha ramaddii 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF'n Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameloodii Sandaawunsiin galchii 4 fi 0n injifatameera.
Bakka bu'aan Afrikaa Bahaa…
Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii 3 keessa tokko taate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii badhaasa bara Faranjootaa 2024'f kaadhimaman sadi keessaa tokko ta'uu Federeeshiniin Atileetiksii Addunyaa beeksise.
Atileet Simboon…
Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifate
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa halkan kana taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifateera.
Maanchister Siitiin hanga daqiiqaa 78'tti galchii Haalaandi daqiiqaa…
Bireentifoord, Fuulhaamii fi Woolviis morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa har'a taphatameen Bireentifoord, Fuulhaam fi Woolviis morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam Eevartan waliin qixa baheera.
Bireentifoord galchii…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Intermiilaan – Arsenaal waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan guyyaa 2ffaan har’a itti fufuun ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 2:45 irraa jalqabee Biruuj – Astoon Viilaa, Shaakaataar Dooneskiin -…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii har’as itti fufanii gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan har’a galgala taphoonni Riyaal Maadiriid Essimiilaan waliin, Liivarpuul Baayerliivarkuusan waliin taasisan ni eegama.
Galgala sa’aatii 2:45 irratti…