Ispoortii

Ispoortii

Woolviis injifannoo jalqabaa galmeesse

Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Woolvis Weesthaam Yuunaaytidiin galchii 3 fi 0’n injifachuun injifannoo jalqaba bara taphichaa galmeesseera. Torban darbe gara Ooldi Tiraafoorditti imaluun Maanchistar Yuunaayitid waliin qabxii qooddatee kan ture Woolvis dorgommii bara Kanaan yeroo jalqabaaf tapha…
Read More...

Cheelsiin Leenjisaa isaa gaggessee

‎Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Cheelsiin leenjisaa isaa Inzoo Maareeskaan gaggeeseera. Boordiin Kilabichaa turtiin leenjisichaa ilaalchiisee walga’ii har’a gaggeesseen waliigalteen isaa akka addaan citu murteesseera. Hanga bara…

Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifate

Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Bunni Itiyoophiyaa…