Ispoortii
Maanchister Yuunaayitid Istaadiyeemii haaraa ijaarsisuufi
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Maanchister Yuunaayitid Istaadiyeemii haaraa daawwattoota kuma 100 ol keessummeessuu danda’u ijaarsisuuf akka ta’e ifoomseera.
Istaadiyeemichi baasii Paawundii biiliyoona 2 kan ijaaramu yoo ta’u waggaa shan keessatti ni xumuramaan akka eegamu ‘BBC Sport’ gabaaseera.
Istaadiyeemiin kun dhiyeenya…
Read More...
Jila Ispoorteessitoota Poolisii Oromiyaaf sirni badhaasaafi beekamtii kenname
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Jila Ispoorteessitoota Poolisii Oromiyaa Feestivaala Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaa olaantummaan xumuraaniif sirni badhaasaafi beekamtii kennameera
Feestivaala Ispoortii Poolisii biyyaalessaa…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Cheelsiin morkataa isaa yoo injfatu, Tootenhaam qixa bahe
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaa har'a waaree booda taphatameen Cheelsiin morkataa isaa yoo injfatu, Tootenhaam qixa baheera.
Cheelsiin galchii 1 fi 0n Leester Siitii yoo injifatu,…
Atileet Tsiggee Gabrasalaam dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban injifatte
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)- Dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii Poorchugaal magaalaa Liizbanitti har’a fiigameen Atileetiin Itiyoophiyaa Tsiggee Gabrasalaam injifatte.
Atileet Tsigeen dorgommicha sa’aatii 1 fi daqiiqaa 4…
Notiingahaam Foresti 1 – 0 Maanchiister Siitii
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan Notiingahaam Foresti galchii 1 fi 0n Maanchiister Siitii injifateera.
'Callum Hudson-Odoi' daqiiqaa 83ffaarratti galchii Notiingahaam Foresti…
Piriimeer Liigii Ingilaand taphoota torbee 28ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’a sa’aatii 9:30 eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Nootingahaam Foresti Maanchiisteer Siitii waliin taphatu…
Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaa 8ffaan walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa haaromsan boodaa 72ffaa sababeefachuun magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Dorgomichi…