Ispoortii
Maanchiister Yuunaayitiid vs Eevartan…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz taphoota torbee 12ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessa.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee taphatamu kun xiyyeeffannoo argateera.
Kilaboonni lamaan taphoota hanga ammaatti waliin taphatan 215 keessaa Yuunaayitiid yeroo 97 yoo injifatu, Eevartan si’a…
Read More...
Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal galchii 4 fi 1'n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Eeberichi Eezzeen galchii 3 fi Toreezaardi galchii 1…
Fiigichi guddaan Itiyoophiyaa akka guddatuuf ni hojjenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Fiigichi Guddaan Itiyoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti akka guddatuuf ni hojjenna jedhan.
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Cheelsiin Barnileyiin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimizar Liigii torbee 12ffaan Cheelsiin Barnileyiin 2-0'n injifateera.
Peedroo Neetoo fi Eenzoo Farnaandez Cheelsiif galchii lakkoofsisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa taphaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifateera.
Istaadiyemii Yuniivarsiitii Hawaasaatti sa'aatii 9 irratti tapha taphatameen galchii Shaggar…
Piriimeer Liigii Ingiliziin taphoonni torba ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliz torbee 12ffaan har'a taphoonni torba ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:30 irratti tapha Cheelsiin dirree isaan alatti Baarnileey waliin taphatuun torbeen 12ffaa kan eegalu.…
Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskileetii Afrikaa 19ffaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa warqee 2ffaa galmeessite.
Dorgommii daandirraa kiiloomeetira 64.5 dargaggoota guddattootaa gidduutti gaggeeffameen shamarraniin…