Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee kubbaa miillaa biyyaalessaa Poorchugaal irraa adda bahe

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2019 (FMC) – Taphataa urjiin Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee kubbaa miillaa biyyaalessaa biyyattii irraa adda bahe.
 
Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee kubbaa miillaa biyyaalessaa Poorchugaal waliin waancaa Awurooppaafi waancaawwan Liigii Neeshinii 2 milkeessuun ni yaadatama.
 
Kiristiyaanoo Roonaaldoon biyya isaaf taphoota 234 taphachuun galchiiwwan 146 lakkoofsiseera.
 
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa

 

Comments (0)
Add Comment