Finfinnee, Bitootessa 14, 2018 (FMC)- Kolombiyaatti balaa Xiyyaara loltummaarraa qaqqabeen lubbbuun namoota 66 darbeera.
Balichi naannawaa Amaazoon kibba Kolombiyaa naannoo daangaa Peeruutti kan mudate ta’uu gabaasni ‘Rusia Today’ ni mul’isa.
Xiyyaarichi loltoota 125 fe’ee balali’aa kan ture yoo ta’u ka’umsi balichaa kan hin beekamne ta’uun ibsameera.
#Oromia #Ethiopia