Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikitti makamuuf waliigale

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Jifataan Liiverpuul Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikiif makamuuf waliigalteerra gahe.

Dargaggoon umrii waggaa 28 Liwiis Diyaaz Yuuroo miiliyoona 75′ gara Baayerni Muunikitti makamuuf waliigaluu eerame.

Sa’aatii 24 keessatti jijjiirraa isaa akka xumuru kilabicharra eeyyama argachuutu ibsame.

Diyaaz turtii isaa Liiverpuuliin taphoota 148 taphachuun galchiiwwan 41 lakkoofsiseera.

Kubbaawwan gara galchiitti jijjiiraman 23 mijeessuu ‘The Athletics’ gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment