Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira.

Duula kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa ganama barii irraa eegaluun dammaqinaan hirmaachaa jiru.

Faxxanaa Zawudeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment