Finfinnee, Sadaasa 15, 2019 (FMC)- Buufataaleen boba’aa Magaalaa Maqaleetti argaman har’aa eegalanii tajaajila idileetti deebi’aniiru.
Buufataaleen boba’aa hojii eegaluun rakkoo fayyadamttoota boba’aa magaalichaa furuuf deeggara.
Tarkaanffichi dhiyeessii boba’aa fi adeemsa rabsaa irratti hojmaata badaa mul’atan to’achuu fi sirreessuuf shoora qabata.
Dhiyeessii boba’aa fi dhaqqabummaa isaa mirkaneessuufi sochii idilee jiraattotaa saffiisisuurra darbee sochii diinagdee magaalichaa cimsuuf gahee olaanaa qaba.
Ashannaafii Shibbiruutu gabaase.
Maqaleetti Buufataaleen boba’aa hojii idileetti deebi’an