Sirni awwaalchaa Weellisaa Miikiyaas Charinnat raawwate

Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC) -Sirni awwaalchaa Weellisaa Miikiyaas Charinnat har’a Mana Amantaa Kiristaanaa Kaateediraalii Qulqulluu Sillaaseetti raawwateera.

Weellisaa Miikiyaas Charinnat magaalaa Walqixxeetti Konsartii Muuziqaa osoo dhiyeessaa jiruu dhibee tasaa isa mudateen lubbuun isaa darbuun kan yaadatamudha.

Weellisaa Miikiyaas Charinnat abbaa ilmaan dhiiraa 2 fi ilmaan durbaa 2 ture.

Weellisaa Miikiyaas  dhalatee umrii waggaa 45 isaatti Sadaasa 12, 2019 addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.

#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddaa #UummataGuddaa #Mul‘ataGuddaa

Comments (0)
Add Comment