Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
  • facebook
  • twitter
  • google_plus
  • Email
Welcome to Fana Media Corporation S.C

Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru- Aadde Adaanech Abeebee

Mootora Qonnaa: Warshaa Xaa’oo guddicha Godee

Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa hariiroo uummataa cimsuuf carraa uumeera- Obbo Aganyahu Tashaagar

Aartiist Masfin Geetaachoow addunyaa kanarraa du’aan boqate

Read more

Sagantaan misooma Seeft neetii lammiilee biyyattii miiliyoona 5 fayyadamoo taasiisu marsaa 5ffaan eegalame – Ministeera Qonnaa

Read more

Naannoo Tigraayiitti tola ooltoonni lammiilee rakkoof saaxilaman gargaaran eebbifaman

Read more

Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi’uu mirkaneeffate

Read more

Poolisiin Federaalaa hooggantoota kora bittinneesaa fi leenjitoota Farra Fanjii 600 eebbisise

Read more

Dhibee busaa bara 2030’tti Ityoophiyaa keessaa guutumman guutuutti balleessuuf hojjetama jira-Dooktar Liyaa

Read more

Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa mirga bilisummaa misoomaa Ityoophiyaati-Dr Injinaar Silashii

Read more

Baatiwwan sagalitt lammiileen Ityoophiyaa  Ameerikaa jiraatan ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf Doolaara kuma 600 ol gumaachan

Read more

Oromiyaatti bara 2014tti oomisha kuntaala miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 98 ol walitti qabuuf karoorfame-Biiricha

Read more

Daandiin qilleensicha Afrikaatti yeroo jalqabaaf appiileekishiin odeeffannoo qorannoo fi talaallii vaayrasii koroonaa imaltootaa qabatu fayyadamu eegale

Read more

Posts navigation

Previous Page 1 of 4181 … Page 3,312 of 4181 … Page 4,181 of 4181 Next
  • Fuula Duraa
  • Oduu
  • Dhugoomsa Ragaa
  • Biiznasii
  • Ispoortii
  • #
  • Teeknooloojii
  • Fayyaa
  • Language
    • አማርኛ
    • ትግርኛ
    • English
    • Arabic
    • አፋርኛ
  • Archive
    • October
    • November
    • December
View Desktop Version