Dirree Dawaatti baatiwwan saglan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 75 ol walitti qabame Read more
Magaalaan Gilgal Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni naannichaa ibsan Read more
Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 ol Covid -19 qabamuu ibsame Read more
Boordichi magaalaa Finfinnee naannoo Oromiyaatti buufataalee xiqqaa filannoo 28 banuu beeksiise Read more
Ityoophiyaan Sudaanii fi Gibtsi dhimma Hidha Haaromsaarratti marii sadee Gamtaa Afrikaan durfamuu akka kabajan waamicha dhiyeessite Read more
Namoonni dhuunfaan Rasaasa Kilaash Koovii kuma 6 fi 74 seeraan ala imalchiisaa turan too’ataman Read more
Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaannoonni Mineesootaa fi giddugala lixaa jiraatan Hidha Haaromsaa Guddichaaf deeggarsa doolaara kuma 40 taasisan Read more