Poolisiin baga nuuf dhufe malee, maaf nutti dhufe jedhamuu hin qabu – Komishinar Dammallaash Gabramikaa’eel Read more
Dinagdeen Itiyoophiyaa guddina itti fufiinsa qabu galmeessisaa jira – Dooktar Fitsum Asaffaa Read more
Naannawaan Daldala Walabaa Dirre Dhawaa imala badhaadhinaa akka tumsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhame Read more
Fooyya’iinsi seeraa gaggeeffame kabaja mirga namoomaa fi ijaarsa sirna diimokiraasiif bu’uura kaa’eera – Haannaa Ari’aayyasillaasee Read more
Sekteraaleen Kilaastera Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii baatiiwwan ja’an darbanii qorachaa jiru Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) – Sekteraaleen Kilaastera Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii magaalaa Bishooftuutti qorachaa jiru. Gamaggamicha irratti kan argaman sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Qindeessaa Kilaasteera Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Saadaat Nashaa kaayyoon gamaggamichaa hanqinaalee mul’atan furuufi ciminaalee daran itti fufsiisuuf gamaggamichi murteessaa ta’uu kaasaniiru. Kenna tajaajilaa fooyyessuun karoora xiiqii marsaa 2ffaa galmaan ga’uuf hooggansaafi ogeeyyii sekteraalee Kilaasterichaa sadarkaan jiran hunda irraa hojiin cimaan kan eegamu ta’uu ibsaniiru. Hojii qorachuun kallattii fuulduraa kaa’uun karoora hojii milkeessa! Gamaggamichaan raawwiin hojii sekteraalee kilaasterichaa, gabaasni Suuppervizhiinii Waajjira Kilaasteraafi Waajjira Pireezidaantiin geggeeffame erga dhihaateen booda mareefi kallattiin hojii gara fuuladuraa kennamuun ni xumurama jedhamee eegama. #Oromiyaa #Ethiopia Read more
Obbo Adam Faaraah qaamolee Seerri Aadaa Heer Iseen UNSECOtti akka galmaa’uu gumaacha qaban galateeffatan Read more