Fayyaa Hanqinni Vitaamiin ‘D’ Daa’imman Qofarratti hin mudatu Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC) – Vitaamiin 'D’n coomaan kan bulbulamu yoo tahu, cooma qaama keenya keessa kuufame keessatti vitaaminii oomishuun kan fayyadamuudha. Daa’imman reefu…
Ispoortii Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa 22 qofatu darbe Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa koorniyaa lamaaninuu 22 qofatu qorannicha darbe jedhe Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa.…
Idil Addunyaa Afrikaan Xaa’oo biyyoo alaa galchuu ni dhaabdi – Aliikoo Daangootee Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Afrikaan baatiwwan 40'n itti aanaan keessatti Xaa'oo biyyoo alaa galchuu ni dhaabdi jedhan Abbaan Qabeenyaa lammiin Naayijeeriyaa Aliikoo Daangooteen.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa hojiilee misoomaa naannoo… Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sosochiin Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti qaama sosochii guyyoota 90 kan ta'e sosochiin addaa sadarkaa magaalaa Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale. Sosochichi…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira… Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriiegziim ta’an Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Lammiin Kaameeruun Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriikaa Ekspoortii Impoortii ta'uun filataman. Eeloombiin waggoottan kurnan darbaniif…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kan lammiilee hunda hirmaachise ashaaraa dhalootaati – Af… Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kan lammiileen hundi abbummaan itti hirmaataan ashaaraa dhalootaati jedhan Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa…
Oduu biyya keessaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumurame – Tajaajilcha Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa kennuuf qophiin xumurame jedhe Tajaajilli Madaallii fi qormaatilee. Barattoonni waraqaan qoraman…
Oduu biyya keessaa Inistiitiyuutiichi workishooppii mirkaneessa qorannoowwan bara 2017 gaggeesse Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Inistiityuutii leenjiifi qorannoo seera Oromiya workishooppii mirkaneessa qorannoowwan bara 2017 mata dureewwan qorannoo garaagaraa irratti gaggeesse.…