Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
  • facebook
  • twitter
  • google_plus
  • Email
Welcome to Fana Media Corporation S.C

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n xumuraaf darbe

Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii

Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa Chaayinaa…

Sirna Damaraa Masqalaa haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuun hojiitti galamuun eerame

Read more

Hoggantoonni Paartii Badhadhinaa Adaamaatti hojiilee misoomaa dawwatan

Read more

Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphni Arsenaalii fi Maanchister Sitii kan eegamuudha

Read more

“Yooyyoo Gifaataan kabajamaa jira

Read more

Libaanoos Gaazaa biraa akka taatuuf hin eeyyamnu-DhMG

Read more

Cheelsiin galchii 3 fi 0n Westhaam Yuunaayitid injifate

Read more

Qonna ceesisuuf hojiin qonnaa beekumsarratti hundaa’uu qaba – Dooktar Girmaa Amantee

Read more

Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiise Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera. Barattootni Kolleejjii BLTO mootummaa 6 keessatti baratan kumni 1 fi 2 fi kan kolleejjoota dhuunfaa13 keessatti baratan kumni1 fi 695 eebbifamaniiru. Leenjifamtootni kunneen gosa ogummaa 26 fi seektara leenjii jahaan leenji’uun eebbifamuu eerameera. Mootummaan ogummaa gabaarratti barbaadamanirratti xiyyeeffachuu lammiilee leenjisaa jiraachuu sirna eebbicharratti ibsameera. Jamaal Kadirootu gabaase. #Oromia #Ethiopia

Read more

Faayidaa Muuziin fayyaa namaaf qabu

Read more

Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan taphni Maanchiister Siitiin Arsenaal keessummeessu hawwiin eegama

Read more

Posts navigation

Previous Page 1 of 4035 … Page 815 of 4035 … Page 4,035 of 4035 Next
  • Fuula Duraa
  • Oduu
  • Dhugoomsa Ragaa
  • Biiznasii
  • Ispoortii
  • #
  • Teeknooloojii
  • Fayyaa
  • Language
    • አማርኛ
    • ትግርኛ
    • English
    • Arabic
    • አፋርኛ
  • Archive
    • October
    • November
    • December
View Desktop Version