Finfinnee Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa CBE piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni afur ni taphatamu.
Sagantaa tapha jalqabaan sa’aatii 7 irratti Istaadiyeemii Finfinneetti magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa waliin ni taphatu.
Istaadiyeemiima kanatti sa’aatii 10 irratti Arbaaminci Walaayitaa Diichaa waliin taphatu.
Guyyaa sa’aatii 9 irratti ammoo magaalaan Baahir Daar Yuuniivarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin, akkasumas sa’aatii 12 irratti Itiyoo Elektirik Magaalaa Adaamaa waliin istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinooloojii Adaamaatti kan taphatan ta’a.
#Oromia #Ethiopia