Sagaleef gatii kennuun filachuuf qophoofnerra – Barattoota Yuunivarsiitii Haramayaa

Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan Sagaleef gatii kennuun filachuuf qophoofnerra jedhan Barattootni Yuunivarsiitii Haramayaa.

Wiixata dhufu paartii nu bulcha jenne filachuuf qophoofnerra jedhan barattoonni yuunivarsiitichaa yaada isaanii ENA’f kennan.

Paartii barbaadnuuf sagalee keenya kennuuf Caamsaa 24, 2018 eeggachaa jirra jechuun ibsan.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment