Yisimaaw Diluun Fiigicha guddaa Itiyoophiyaa injifate

Finfinnee, Sadaasa 13, 2019 (FMC) -Atileet Yisimaaw Diluun Fiigicha guddaa Itiyoophiyaa kiiloo meetira 10 injifateera.

Atileet Yisimaaw Diluun yeroo 2ffaaf walitti aansuun fiigicha guddaa Itiyoophiyaa injfatera.

Kanaanis badhaasa Birrii kuma 500 mo’ateera.

Atileet Taakkakee Mooseen 2ffaa fi Atileet Roobaa Margaan sadarkaa 2ffaan xumuraniiru.

Fiigichichi mata duree ‘Fiigicha koo halluu koo’ jedhuun gaggeeffamaa jira.

#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddaa #UummataGuddaa #Mul’ataGuddaa

Comments (0)
Add Comment