Paartiin Badhaadhina duula nafiladhaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhina sagantaa duula nafiladhaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Duulli nafilaadhaa kun mata duree ‘Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaa qabduutti’ jedhuun Istaadiyeemii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni kutaalee magaalaa Finfinnee hundarraa walitti babba’an sagantichaarratti hirmaachaa jiru.
Sagantaa duula na filadhaa kana irratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee dabalatee kaadhimamtoonni Mana Maree Finfinnee fi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf dorgoman argamaniiru.
Maraa’ool Kadiriin.
Comments (0)
Add Comment