Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Abbootiin Gadaa, Abbootiin Malkaa, abbaan muudaa fi haadholii Siinqee sirna kabaja Hora Finfinnee eebbaan eegalchiisaniiru.
Abbootiin Gadaa eebbisuun dhibaayyuu biifaniiru.
#Oromia #Ethiopia