Ayyaana Iid Al-Adahaa(Arafaa) sababeeffachuun madfiin si’a 9 dhukaafama

Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Ayyaana Iid Al-Adahaa(Arafaa) Kuma 1 fi 447ffaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin si’a 9 ni dhukaafama.

Ministeerri Raayyaa Ittisaa Faanaa Diijitaaliif akka ibsetti, Ayyaanicha sababeeffachuun boru ganama sa’aatii 12:00 irratti madfiin si’a 9 ni dhukaafama.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment