Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee Bishooftuutti haala ho’aan kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, magaalaa Bishooftuu, Malkaa Harsadeetti, eebba Abbootii Gadaa fi Haadha Siinqeetiin eegalchiifameera.

Ayyaanichi mata-duree “Irreechi Waliigaltee Biyyaalessaaf” jedhuun kabajama.

Yeroo ammaa kana Malkaa Harsadee irratti sirni Irreeffannaa gaggeeffamaa jira.

#Oromia #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #Mul’ataGuddaa

Comments (0)
Add Comment